Enyulleen wantaa hubachuu qabu ijoo HOJII BU’A qabdu. Diliin: wantoota adda addaatiin haqamuu fi dhiifama godhamuu ni danda’a.Isaan keessaa: tawbaa dhugaa, araara kadhachuu, wantoota gaggaariihojjachuu, balaa adda addaatin tuqamuu, sadaqachuu, du’aa’ii nama biraatin.Yoo wanti Rabbiin isaaf hin araaramin kan hafe jiraate qabrii keessatti, yknguyyaa qiyaamaa, ykn ibidda jahannam keessatti adabamee sana irraaqulqullaaya. Yoo tawhiida irrattiContinue reading “Dhimma fardii”